2 Samuel 6:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga qarale ira ufi ch'eersa. Atini woma na inseetu, ammo dubarti sunini nama gudda na seeti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee haga amma ta'e kana caalaa ka tuffatame ta'a; ija kee afo'otti hin salphadha; garuu babbreeddan ati waan isaanii dubbatte biratti ulfinna argadha!» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tana caalaa isa duratti ifi gad hin qaba; ila teeti duratti hin salphadha. Te'uu malee, garboolee ati maqaa dhootte duratti ammoo ulfinna hin dhaggadha» jedhe.