2 Samuel 6:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Sanduqa suni mana Abinadabu ka gaara gubba jiru fuud'e, gaari hareesa ka karaabdi hirkiftu gubbaa kae. Uzafi Ahiyoni, ilmaani Abinadabu, gaari suni oofte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii konkolaataa fardaa haarawa irratti fe'anii mana Aminaadaabii ka gaara irra turee fidan; ijoolleen Aminaadaabii Ooza'aa fi Ahaayu konkolaataa fardaa haarawa oofa'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqa Gondooro'oo ka Waaqaa garreettaa fardaan harkifamu haareya irra keyanee, mana Abinaadaabii ka kooba irra jiru keessaa fuudhanee fidane; ilmaan Abinaadaabii Uzaa fi Ahiiyon garreettaa fardaan harkifamu haareya san,