2 Samuel 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka Ahiyoni dura deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii mana Aminaadaabii ka tulluu irra jiru irraa hennaa fidan Ahiyoon saanduuqa waadaa Rabbii afoo deema'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqi Gondooro'oo ka Waaqaa irra jiruun yennaa oofanu, Ahiiyoti duraan deemaayyu.