2 Samuel 6:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini AABBO Waaqa sodaate waan jed'e, Anini akami amma Sanduqa Wold'aqisa fuud'a?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san Daawiti Rabbiin sodaatee, «Saanduundhi waadaa Rabbii attamitti gara kiyya dhufa?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti guyyaa san Mootii Waan Maraa waan sodaateef, «Saanduqi Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa attam gara kiyya dhufuu dande'a ree?» jedhe.