2 Samuel 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi hayyichi Daudini mana ufiti gale AABBO Waaqi nyaapa isaa ch'ufa isa iraa d'owe hafuura baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti waan Rabbi diintota naannoo isaa jiran maraa irraa isa eegeef mana mootummaa ufii keessatti sodaa malee jiraate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa diinota adaala isaa jiranu mara irraa foora isaaf kennee, mootichi Daawiti mana mootummaa ifii keessa nageyaan le'een duuba,