2 Samuel 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu lafa worri kiyya ka Israeli keesa tau, ka nami deebie worra indabsine fohad'eefi iti qubsise. Haguma worri lafa tana d'ufe nyaapi worruma had'a, ammo wonti kunini deebite intaatu. Anini nyaapa keesani ch'ufa isani iraa d'owe isani horsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kiyya Israa'eliin hulee isaan itti jiraatan qopheessee hulee ufii akka jiraatan isaan taasisa; guyyaa abboota murti'ii isaanii muude irraa jalqabee worri hamaa hojjatan akkuma armaan duraa godha'aa turan san isin hin rakkisan; diintota kee maraa jalaa bilisa si baase; Rabbi fiixaa kee keessaa worra teessoo kee dhaalan bakka sii buusa jedhee sitti hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya Israa'el addee ifii akka qabaatanuu fi haganaa achii akka hin sarbanne, addee le'anu isaaniif hin kenna; haganaa achi kolbaan hamooleen akka qaraa isaan hin cunqursitu.