2 Samuel 7:11 — Compare Translations

1 translations compared side by side

Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootii mura'aa isaaniif haga muudeen jalqabanee kolbaan hamooleen akka isaan irratti godhaa turane, haganaa achi isaan irratti hin godhanu; ani diinota keeti mara irraa si hin foorfachiisa. Ani Mootiin Waan Maraatuu mana si'iif hin ijaara.