2 Samuel 7:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mana naa jaaruleeni isuma anini ammalle hayyuma isaa haga jiru jireenna iraa infuud'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee mana maqaan kiyya itti waamamu naa ijaara; mootummaa isaallee baraa haga bara baraa hin jabeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa kiyyaaf nami mana ijaaru isa; anille barcumaa mootummaa isaa haga bara baraa isaaf hin jabeessa.