2 Samuel 7:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini abba isaa tahe innileeni ilma naa taha. Yoyu inni wo yake anini akuma abbaani ilma d'aanu isa d'aana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani abbaa isaa ta'a; innillee ilma naa ta'a; yoo waan hamaa hojjate akkuma abbaan ilma ufii adabu adabaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani abbaa isaaf hin te'a; innille ilma kiyya hin te'a; yoo inni balleesse ammoo ulee nami adabamuun isa hin adaba; akkuma ijoolleen liche'een dikantu isa hin dika.