2 Samuel 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini isa qarqaaru illakisu, aka duri Saulo lakise, fulla isaa hayyu si tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka Saa'oliin afoo kiyyaa balleessee fi araara kiyya irraa fageesse araara kiyya isa irraa hin fageessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu Saa'olii si duraa kaase irraa jaalala kiyya ka bara baraa akkuma kaase, isa irraa hin kaasu.