2 Samuel 7:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka wonti kunini ingahiini atini ammalle waan hagasi ira jirani nu tolchuu jirta, ee AABBO Waaqa; atini yayu waan d'aloota kiyya ka d'ufu kakhate, ee AABBO Waaqa karaani atini nama wo tolchitu kanuma?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa kiyya! kun ija kee afo'otti waan diqqo'o; akkasuu ta'ee ammallee waan caalu hojjata'aarta. Waan garboota keetii baroota dhufan keessatti abdii baay'ee dubbatteerta; Rabbi Waaqa kiyya! waan goote kana namoota maraafuu akkasuma gootaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, Goottaa Mootii Waan Maraa, tun si hanqannaan, marroo sanyii tajaajilaa keetii ta gara duraa dubbatteerta; ee, Goottaa Mootii Waan Maraa, kun waan ati yennaa mara namaaf gootuu?