2 Samuel 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan raaga Nathani jed'aniini jed'e, Anini mana hind'eesani jaraniti gala, ammo Sanduqi Wold'aqisa Waaqa waaro keesati gala!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Naataanii raattichaan «Ani kunoo mana muka birbirsaatiin ijaarame keessa jiraadha; saanduundhi waadaa Rabbii ammo daasee keessa jiraata!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
raagicha Naataaniin, «Kunoo ani mana mootumma'aa ka muka hindheensaatiin ijaarame keessa le'a; Saanduqi Gondooro'oo ka Waaqaa ammoo dunkaanii keessa jira» jedhe.