2 Samuel 7:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini fed'umafi hereguma keetiini waan kana tolchite; waan mama jabdu kana ch'ufa wonti atini tolchiteefi aka wo na barsiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan guddaa kana akka dubbii keetiitii fi akka fedha keetiititti wonti goote akka garbichi kee beekuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka jecha keetiitii fi akka yaada gadhaa keetii waan guddaa kana gootee, ana tajaajilaa keetitti beessitteerta.