2 Samuel 7:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini akami gudda, ee AABBO Waaqa! Nami tokoleeni ka aka keeti injiru; nu yo ch'ufa imbeenna, aka atini ch'allaani Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi Waaqa kiyya! ka akka keetii waan hin jirreef akkuma gurraan dhageenne san maraa si malee Waandhi waan hin jirreef ati gudda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, Goottaa Mootii Waan Maraa, ati attam attam gudda'a! Ka akka keetii tokkolle hin jiru; akkuma gurra keennaan dhageenne, si malee Waaqi dhibiin hin jiru.