2 Samuel 7:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa gudda, Waaqa Israeli, atini yayu waan kana hojattu tanteeti mullifte waan jette, Anini nama d'aloota kanketi hayyu tolcha. Tanaafi hojattuuni kanke garaa jabaate waan kana si kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa kiyya; Waaqa gooftaa banii Israa'elii ati mana sii ijaara jettee garbicha keetitti waan ibsiteertuuf tajaajilaan kee kadhaa kana gara kee dhiyeessu'uuf uggeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadde, Waaqa Israa'elii, ‹Ani si'iif mana hin ijaara› jettee tana tajaajilaa keetitti mudhitteerta; maarre ani tajaajilaan keeti daadimata kana gara keeti dhikeeffatiisaaf sitti guuleera.