2 Samuel 7:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
amma anini si kad'ad'a, d'aloota kiyya eebisi, aka worri naasu tante hojja ch'ufa argatu. Atini AABBO Waaqa, yayu waan kana kakhate, ammalle eebiiti tante haga jiru jireenna d'aloota kiyya iraa imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaa kiyya! ati waan dubbatteertuuf eeganaa ammallee baraa haga bara baraa afoo kee akka ta'u mana garbicha keetii yabo'oo eebbisi manni garbicha keetii baraa haga bara baraa ka eebbifame haa ta'u» jedhee faateffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka si duratti haga bara baraa jabaatee le'u, maganne'e sanyii tajaajilaa keetii ammalle eebbisi! Ee, Goottaa Mootii Waan Maraa, tana atuu waan dubbatteef, eebba keetiin sanyiin tajaajilaa keetii haga bara baraa hin eebbifanti» jedhe.