2 Samuel 7:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nathanini waan jed'eeni, Waan atini hereddu ch'ufa tolchi wonti akanatiifi Waaqi si woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naataan Daawitiin, «Rabbi waan si woliin jiruuf waan garaa kee keessatti yaadde godhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naataanille mootichaan, «Mootiin Waan Maraa si woliin waan jiruuf waan yaadde mara godhi» jedhe.