2 Samuel 7:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beni, hojattu tiyya Daudini waan jettu, Nami mana anini keesa tau naa jaaru siiniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Deemii garbicha kiyya Daawitiin waan ani sitti himu akkana jedhii itti himi; ‹Mana qulqullumma'aa ka ani keessa jiraadhu situ ijaaraa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaqiitii, tajaajilaa kiyya Daawitiin Mootiin Waan Maraa, ‹Mana ani keessa le'u ka anaaf ijaaru si'ii moti.