2 Samuel 7:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haguma gaafa worra Israeli lafa worra Misiri keesa baase haga arrale taka manati ingale ammo waaromani godaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Urga banii Israa'elii biyya Misirii keessaa bilisa baase irraa jalqabee haga ammaa daasee keessa jiraata'aa hulee tokkoo gara hulee tokkoo jijjiirama'aa jiraadhe malee mana keessa hin jiraanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kolbaa Israa'elii biyya Gibxi'ii keessaa haga baasee jalqabee haga adhaa dunkaanuma keessa jiraataa, asii fi achi deemaa ture malee mana keessa hin leene.