2 Samuel 8:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani, ilma isaa Yoramu Dauditi erge, nagaya iti himi, atini aka d'iira tate, ka Hadadezeri, nama nu maro heddu woli haane dabsatte balleesite jed'iini jed'e, Yoramuni waan worqifi qarsifi sibiila diimani mid'aasani Daudii geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Too'u waan Adi'aazariin wol lola'aa tureef sababaa kanaaf mootichi Adir'aazar waan injifatameef isaa gammadee ilma ufii Uraamiin gara Daawitii erge; innillee meeshaa worqi'ii, birri'ii fi Sibiila diimaa qabatee dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
To'i qara Hadaad-Ezer woliin wol lolaa waan tureef, Daawiti Hadaad-Ezer irratti injifannoo waan dhaggateef, nageya gaafatee, «Baga gammadde» akka jedhuuf ilma ifii Yoraam gara Daawitii erge; innille meya worqii, meeti'ii fi sageettuu irraa hujame qabatee dhaqe.