2 Samuel 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini miha inni d'ufeeni sunifi qarsifi worqi inni lafa had'e taani ch'ufa iraa boojie woliini eebise, mihi kunini ka AABBO Waaqa jed'e olkaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti orma injifate keessaa Eedoom, Moo'aab, Amoon, Filisxeemiif birri'ii fi worqii worra Amaaleqii irraa fudhate akkasuma boojuu Adir'aazar booji'e woliin kanniin Rabbiif adda baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawiti gosa biyya adda addaa mara irraa waan qara gabbarsiifateen meeti'ii fi worqii isaaf galte keessaa akkuma qara godhe meya kana Mootii Waan Maraatiif adda baase.