2 Samuel 8:12 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti inni had'e dabsate tana: Edomu, Moabu, Amoni, Filistifi Amaleki. Inni ammalle waan Hadadezeri iraa boojie akasuma eebise Waaqaa olkaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa worri qara isa gabbarane, worra Edoomii, worra Mo'aabii, worra Amoonii, worra Filisxeemotaatii fi worra Amaaleqootaa ti. Inni mootii Zobaa ilma Rehoobii Hadaad-Ezer irraa meya booji'elle Mootii Waan Maraatiif adda baase.