2 Samuel 8:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Edomu keesa fulla ch'ufati fulla askartini teetu jaare, biyyiti lafa sunileeni ch'ufti isa jalati bulte. AABBO Waaqi Daudi fulla inni bahe ch'ufa eebise nyaapa isaale ch'ufa isa dabsachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Eedoomii maratti hulee loltoonni itti quphatan baay'ee ijaare; namoonni achi jiraatan isa jalatti bulan; Rabbi Daawitii hulee inni deeme maratti mootee kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni biyya Edoomii mara keessatti addee quttumaa godhatee, Edoomoti marti isa tajaajilane; Mootiin Waan Maraalle addee Daawiti dhaqe maratti injifannoo isaaf kenne.