2 Samuel 8:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini worra Israeli ch'ufa aka dansaa d'ugaafi qajeelumani fide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Israa'elii mara irratti mooye banii maraaf hennaa maraa murtii dhuga'aa akka argatu xaara'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Israa'eloota mara irratti mootii te'ee, kolbaa maraaf muraa haqaa muree, waan sirrii te'e huje.