2 Samuel 8:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni worra Moabu dabsate, nama qaqabe lafa ch'ich'ifsise nama sadi ch'ufa keesaa nama lama fit'e. Duuba akanaani worri Moabu isa jalati bule gibira baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee mootichi Daawiti worra Moo'aabii injifate; worra hidhaman akka lafa irra ciciisan godhee namoota sadihii keessaa namoonni lamaa akka du'an taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti Mo'aabotalle injifate; namoota booji'e lafatti irkisee wodaro'oon isaan mike; worra wodaro'oon mikame keessaa harka lama ijjeesee, harka tokko lakkise; maarre worri Mo'aabotaa tajaajiltoota isaa te'anee isa gabbarane.