2 Samuel 8:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni hayyu lafa soba ka Hadadezeri ilma Rehobu jed'ani, dabsate, ato inni lafa isaa ta d'aatu galaana Efraiti had'e deefachu deemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu worri Moo'aabii garboota isaa ta'anii gabbara'aa turan; Achiin maayessa Daawiti biyya laga Eefraaxisi ladda jiru qabachu'uuf hennaa deeme ilma Ra'aabii mootii Suuba'aa Adir'aazaariin dhayee ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana maleelle Daawiti lafa laga Efraaxiisii bira jirtu deebisee qabatiisaaf yennaa dhaqe, mootii Zobaa ilma Rehoobii Hadaad-Ezer lolee,