2 Samuel 8:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini askarti isaa nama kuma tokofi d'ibba torba ta fardatifi ammalle nama kuma diddama ta miilaani yaatu qaba. Inni farda gaari hirkisu ka d'ibba toko gahu lakise ka ira hafe ch'ufa nanaafise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti isa irraa worra farado'oo kuma tokkoo fi dhibba torbaatii fi worra miilaan deeman namoota kuma diddamaa booji'ee moorgaya faradoo isaanii kukkutee konkolaataa fardaa dhibbaa callaa hambise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
garreettaa fardaan harkifamu ka isaa kuma tokko, abbootii fardaa kuma torbaa fi loltoota miilaa kuma diddama booji'e; garreettaa fardaan harkifamu dhibba tokko callaa hamburee, kaan maraa mogolee ciccire.