2 Samuel 8:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa worri gosa Shamu, ka lafa Damaski jiru, duula baase hayyu Hadadezeri qarqaaru d'aqe, Daudini nama kuma diddami lama keesaa hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Sooriya'aa ka Damaasqoo keessa jiraatan Adir'aazariin gargaaru'uuf loltoota erginaan Daawiti lolee loltoota kuma lamaa ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Sooriya'aa worri Damaasqoo keessa le'anu, mootii Zobaa Hadaad-Ezer qarqaariisaaf yennaa dhufane, Daawiti isaan keessaa namoota kuma diddamii lama ijjeese.