2 Samuel 8:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini lafa isaani keesati fulla askartini isaa teetu jaare worri isa jalati bule gibira baaseefi. AABBO Waaqi Daudi fulla inni bahe ch'ufati qarqaare, waan ch'ufa isa dabsachiise
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daawiti Damaasqoo keessatti hulee lolaa qopheesse worri Sooriya'aallee isaa garboota ta'anii gabbaraniin; Rabbi Daawitiin hulee inni dhaqe marattuu akka injifatu taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootummaa Damaasqo'oo Aaram keessatti quttuma loltootaa godhate; worri Sooriya'aa tajaajiltoota isaa te'anee isa gabbarane; Mootiin Waan Maraalle addee Daawiti dhaqe maratti injifannoo isaaf kenne.