2 Samuel 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sibani waan jed'eeni, Anini waan atini jette ch'ufa intolcha, ee hayyicha. Duuba Mefiboshethini, akuma ilma hayyu hayyu woliini nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sibaanillee mootichaan «Gooftaan kiyya; mootii akkuma mootichi garbicha ufii ajaje ani garbichi keellee akkasuma godha. Akka kanaan Memfiboosteen ijoollee mootichaa keessaa akka tokkootitti kooboo Daawitii irraa nyaata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ziibaan mootichaan, «Waan goottaan kiyya mootichi tajaajilaa ifii ajaje mara, ani tajaajilaan keeti hin huja» jedhe; maarre Mefii-Besheet akkuma ilmaan mootichaa qorii Daawitii keessaa nyaataayyu.