2 Samuel 9:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Mefiboshethini, ka miila lachu naafa, Yerusalemu tae guyya ch'ufa mana hayyuti gololfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Memfiboosteen luka lamaan naafaa Yerusaalemiin keessa taa'ee kooboo mootichaa irraa nyaata'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mefii-Bosheet yennaa mara qorii mootichaa keessaa waan nyaatuuf, Yerusaalem keessa le'aayyu; inni miila lamaanuu naafa.