2 Samuel 9:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha hojattu tokoti jira, ka worra Saulo, ka siba jed'ani. Isa yaamani gara Daudi d'aqe jed'aniini jennaani Daudini, Atini Siba? Jed'e gaafate inni AABBO anuma jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Saa'olii keessa garbicha Sibaa jedhamu tokko gara mana Daawitii waamanii mootichi «Ati Siiba'aa?» jedheen; innillee «Ee ani garbicha keeti!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatii Saa'olii keessa tajaajilaan, «Ziibaa» jedhamu tokko waan jiruuf, akka inni gara Daawitii dhaqu isa waamane; mootichille, nami «Ziibaa» jedhamu si'ii? jedhee isa gaafate. Innille, «Eeti'i ana tajaajilaa keeti» jedhee deebise.