2 Samuel 9:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Nami tokoleeni ka worra Saulo ka hafe, ka anini maro Waaqatifi nahuufi injira? Sibaani waan jed'eeni, Ee, gurba Yonathani tokoti ka naafa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee, «Jasaa Rabbi akka isaa deebisu mana Saa'olii keessaa namni tokkollee hin hafnee?» jedheen; Sibaanillee mootichaan «Ilma Yoonaata'aa ka lutti isaa laamsho'oo tokkotu jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi, «Arjummaa Waaqaa akka ani itti mudhisuuf sanyii Saa'olii keessaa nami hafe hin jiruu?» jedhee gaafate; Ziibaan deebisee, «Ilmi Yonaataanii ka miila naafateeru tokko jira» jedhe.