2 Samuel 9:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Eesa jira? Sibani waan jed'eeni, Mana Makiri, ilma Anieli, lafa Lodebari keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi, «Eessa jira?» Jedheen; Sibaan mootichaan «Inni mana Maakirii ilma Ami'eelii jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille, «Inni amma eessa jira?» jedhee gaafate. Ziibaan deebisee, «Inni qachaa, ‹Lodebaar› jedhamu keessa mana Maakiirii ilma Amii'elii keessa jira» jedhe.