2 Samuel 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Insodatini, anini maro abba kanke Yonathanitifi sii naha. Anini lafa akhaakhuni kanke Sauloni duri qabu ch'ufa si deebise, atileeni guyya ch'ufa sagale na woliini nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti, «Jasaa abbaa keetii ka Yoonaata'aa deebisu'uuf sii arjoomeeraa hin sodaatin; lafa akaakayyuu keetii ka Saa'olii maraa sii deebisa; atillee kooboo kiyya irraa nyaatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti deebisee, «Hin sodaatin! Marroo abbaa keetii Yonaataaniitiif jedhee ani dhugumaan si'iif waan dansaa hin godha; lafa akaakoo keeti Saa'olii mara si'iif hin deebisa; yennaa mara qorii tiyya keessaa hin nyaatta» jedheen.