2 Samuel 9:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mefiboshethini durati gadi jed'e waan jed'eeni, Aabbo, atini maanifi naa naata, nama ufuftu sare dootele ingeenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Memfiboosteenillee, «Ana nama saree du'e fakkaatu ana gara garbicha keetii attamitti laalte? jedhee gad jedhee kabajjaa kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mefii-Bosheet gad lafatti gombifamee, «Ana nama akka saree duuteetitti laakkowamuuf, ta ati waan dansaa akkasii gootuuf, ani tajaajilaan keeti eennu inni?» jedhe.