2 Thessalonians 1:10 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
tun guyyaa inni woyyoota ifii irraa ulfinna dhaggatiisaa fi worra dhugeeffatu duudii biralle'etti baaseffatamiisaaf dhufutti teeti. Isinille dhugaa baya teenna waan dhugeeffattaneef, woyyoota isaa woliin laakkowantan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Yesoni guddinni gumi ufitiifi ulfinna nama isaa d'ugefate, ch'ufa ira argachu d'ufu, isanileeni worra suni keesa jirtani, maro isani d'aamsa nu isaniti hime d'ugefataniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa Yesus gumii isaa qulqulloo keessaatti guddifamuu fi ka warra isa dhugeeffate, cufaa irraa ulfinna argachuu dhufuu, isaniilleen marroo oduu dansaa nu isaniitti himne dhugeeffattaniif warra sun keessa jirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka adabaman'llee guyyaa san qulqullaawotaan kabajamu'uu fi worra amanan mara biratti'llee maalalffatamu'uuf yeroo itti dhufutti. Isin'llee ragummaa keenna fudhattanii amanuu keessaniin, isaan woliin ni laakkayamttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year