2 Thessalonians 1:12 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma maqaan Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii isiniin akka ulfaatuu fi isinille karaa badhaadha Waaqa keennaatii fi Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitin, akka isaan ulfaattanuuf daadimanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani maqaani Aabbo keenna Yeso guddinna isani ira argata, isanileeni isa ira argattani, eeba Waaqaatiifi ta Aabbo Yeso Kristotiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa kanaan maqaan Aabboo keenna Yesus guddinna isan irraa argatee, isaniilleen eebba Waaqaatii fi ta Aabboo keenna Yesus Kiristootiin isa irraa ulfinna argattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana maqaan Gooftaa keenna Yesusii Kristosii isiniin akka kabajamuu fi isin'llee Waaqa keennaa fi akkaataa bu'ura kennaa bilisaa ka Gooftaa Yesus Kristositiin, isaan akka kabajamittaniif ni kadhanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma maqaan Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii isiniin akka ulfaatuu fi isinille karaa badhaadha Waaqa keennaatii fi Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, akka isaan ulfaattanuuf daadimanna.