2 Thessalonians 1:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan Yesuus Kiristoos nageyaa fi badhaadha isiniif kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa Abbaafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kenninna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaa Abbaatii fi Aabboo Yesus Kiristoon eebbaa fi nagaa isanii kenninna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaaninii fi nageenni isinii haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraallee badhaaninii fi nageenni isinii haa ta'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa Abba'aa fi Gooftaa Yesus Kristosiin biraa kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan Yesuus Kiristoos nageyaa fi badhaadha isiniif kennu.