2 Thessalonians 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun maraa, muraan Waaqaa qajeeltuu akka teetee fi isinille mootummaa Waaqaa ta rakkatiisatti jirtanuuf, ka maltane akka te'uuf jirtanu mirkaneessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beesisi qorsuma Waaqa ta d'ugaa kana, maro waan kana ch'ufatiifi isani Finna Waaqa ka isani amma gaargalufiti jirtani kana ya maltani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Beessisii murtii Waaqaa ka dhugaa kana, marroo waan kana cufaatiif isan mootummaa Waaqaa ta amma gaargalufiitti jirtan tana ya maltan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaatiifillee worra rakkinni isin irra gayuuf, jeennata Rabbiitiif worra gayaa taatanii akka laakkayamtaniif kun malkata murtii qajeelaa Rabbiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaatiifillee worra rakkinni isin irra gayuuf, jeennata Rabbiitiif worra gayaa taatanii akka laakkayamtaniif kun malkata murtii qajeelaa Rabbiiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti kun marrinuu ka muldhisu murtiin Waaqaa sirrii ta'uu isaatii fi isin'llee Mootummaa isaa ka rakkinna fudhattaniif gayeessota ka isin taasisu ta'uu isaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun maraa, muraan Waaqaa qajeeltuu akka teetee fi isinille mootummaa Waaqaa ta rakkatiisatti jirtanuuf, ka maltane akka te'uuf jirtanu mirkaneessa.