2 Thessalonians 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi waan sirrii te'e huja; inni worra isin rakkisutti rakkoo fida.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan qajeela intolcha: inni worra isani gaargalchu ingaargalcha,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii waan qajeelaa tolcha, innii warra isan gaargalchu ingaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan Yesuus hennaa maleekkota baallii qaban woliin sami'ii arraba ibiddaatiin dhufu worra rakkinna isin irra geessaniif rakkinna; worra rakkinni nu woliin isin irra gaya'aaruu ammo harabaafachiisa; kun Rabbiin afo'otti dhugamaan qajeellummaa waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan Yesuus maleekkota baallii qaban woliin sami'ii arraba ibiddaatiin hennaa dhufu worra rakkinna isin irra geessaniif rakkinna, worra rakkinni nu woliin isin irra gaya'aaruu ammo harabaafachiisa; kun Rabbiin afo'otti dhugamaan qajeellummaa waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni murtteessaa dhuga'aa ta'uu isaatiin rakkinna isin irratti worra fidan irratti rakkinna fidu'uun, gatii isaanii ni kafalaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan sirrii te'e huja; inni worra isin rakkisutti rakkoo fida.