2 Thessalonians 1:7 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worra amma rakkatiisatti jirtanu, Yesuus ergantoota ifii hunnaameyyii woliin ol-gubbaa irraa yennaa mudhatu nu woliin tana jalaa isin baasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaargaltanile isanifi nule inqarqaara. Inni gaafa Aabbo Yesoni malaika isaa guddo woliini gubba mullatu waan kana tolcha,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo amma gaargaltaniillee Aabboo Yesus gaafa ergamtoota isaa gugurdoo waliin gubbaa mullatu nu waliin isan qarqaara;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma rakkinna worra rakkinna itti fudhattaniif'llee nu'uun woliin boqannaa isiniif ni kenna. Kun'llee ka ta'u Gooftaan Yesus maleyikkoota isaa ol aanttotaan woliin, sami'ii yeroo itti bu'utti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worra amma rakkatiisatti jirtanu, Yesuus ergantoota ifii hunnaameyyii woliin ol-gubbaa irraa yennaa mudhatu nu woliin tana jalaa isin baasa.