2 Thessalonians 1:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ibidda bobe'uun mudhata; gaafa san worra Waaqa hin beennee fi Oduu Gammadaa ta Goottaa keenna Yesuusiitiif hin ajajane hin adaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ibida bobauuni, aka worra Waaqa imbeenneefi ka d'aamsa qulqullo Yeso Kristo inch'aqamne gaargalchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboon ibidda boba'aa waliin mullata; gaafasi warra Waaqaa hinbeenneef ka dubbii dansaa Yesus Kiristoo hincaqamne ingaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Rabbiin hin beennee fi worra Dubbii Nagayaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiifillee hin ajajamne haluu isaan baya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra Rabbiin hin beennee fi Oduu Nagayaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiifillee worra hin ajajamne haluu isaan baya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
sami'ii ka muldhatuun'llee ibdda bobayuun, yeroo sanitti Waaqa worri hin beekinnee fi wongeela Gooftaa keenna Yesusiitiif worri hin ajajaminne'llee ni adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ibidda bobe'uun mudhata; gaafa san worra Waaqa hin beennee fi Oduu Gammadaa ta Goottaa keenna Yesuusiitiif hin ajajane hin adaba.