2 Thessalonians 2:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya! Marroo dhufa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitii fi marroo isa woliin wolitti qabamiisa keennaa akka beettanuuf, waan isin kadhannu qanna:
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'ufiisa Aabbo keenna Yeso Kristotiifi woldeenna nu isa woliini wolwoldeennu: anini isani kad'ad'a, oboleyaani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya, anin amma waan dhufiisa Aabboo keenna Yesus Kiristootii fi waldeennaa nu isa waliin wal waldeennuutiif isan kadhadha, “Akka yo guyyaan Aabboo ammumaa ya dhufe” jedhan, hinwareerre yokaan hinrifanne hegerii waan kana nama fage yokhaan ka barsiisuutti jedhe, yokaan nutti ergaa tana keessaatti barreesse jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Waan dhufa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiif waan isa biratti wol gayuu keennaa; Ayyaanaan yookaan dubbii nu biraa isinii ergameen,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Waan dhufa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiif waan isa biratti wolgawuu keennaa, Ayyaanaan yookiin dubbii nu biraa isinii ergameen, guyyaan Goofta'aa gayeera jettanii ariifattanii yaada keessaniin hin raafaminaa'a, hin nayinalle'e, jennee isin kadhanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan! Waayee dhufiinssa Gooftaa keenna Yesus Kristositii fi nu'llee isa woliin ta'u'uuf waayee dhimma wolitti qabamiinsa keennaatiif, ka isin kadhannu kana,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Marroo dhufa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitii fi marroo isa woliin wolitti qabamiisa keennaa akka beettanuuf, waan isin kadhannu qanna: