2 Thessalonians 2:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf waan dhugaa hin te'in akka dhugeeffatanuuf, Waaqi hunna isaan wollalchittu isaanitti erga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Waaqi badi hamtu worrati erga, aka waan d'ara d'ugefatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif Waaqii akka waan dhara dhugeeffatan wallaala hamtuu warraatti inerga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf worri dhuga'aan hin amanne, worri hama'atti gammada'aa turan maruu, akka murtii argataniif sobatti akka amanan, Rabbi hunna isaan wol wolaalchisu isaanitti erga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf dhuga'aan worri hin amanne, worri hama'atti gammada'aa turan maruu, akka murtii argataniif sobatti akka amanan, Rabbi hunna isaan wol wolaalchisu isaanitti erga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaan dharaan akka amananiif, Waaqinni huminna isaan dogoggorssu isaanitti ni erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf waan dhugaa hin te'in akka dhugeeffatanuuf, Waaqi hunna isaan wollaalchittu isaanitti erga.