2 Thessalonians 2:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ulfinna Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii akka dhaggattanuuf, karaa Oduu Gammadaa ta nuuti lallannuutiin Waaqi isin waameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Odu Dansa ta nu isaniti hasoomneeni isani yaame; wonti inni isani yaameefi aka isani qooda guddinna Aabbo Yeso Kristo argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii oduu dansaa ta nu isaniitti haasoomneen isan yaame; wantii innii isan yaameef akka isan qooda guddinna Aabboo Yesus Kiristoo argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaan ulfinna Gooftaa Yesuus Kiristoosii akka argattaniif, Dubbii Nagayaa ka nu isinitti lallabneen isin waame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan kanaan ulfinna Gooftaa Yesuus Kiristoosii akka argattaniif, Oduu Nagayaa nu isinitti lallabneen isin waame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni karaa wongeela nu'u isinitti lallabnneetiin kanaaf ka isin waame, ulfinna Gooftaa keenna Yesus Kristosii akka qoodamttaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinna Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii akka dhaggattanuuf, karaa Oduu Gammadaa ta nuuti lallannuutiin Waaqi isin waameera.