2 Thessalonians 2:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona obboleeyyan teenna, jabaadha'aa dhaabbadha'a; barsiisa jecha afaaniitiin yookiin ergaa barreeffamaan nu biraa isiniif ergantelle jabeessa'aa qabadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani, jabaad'a, ejad'a, d'uga nu barsiisafi tatabe teenna keesaleti isani barsiimne qaabad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleeyyaan, dhugaa nu barsiisa dubbii afaantiin yokaan ergaa barreessine keessaalleetti isan barsiimne qaabadhaa jabadhaa dhaabadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa obboleeyyan tiyya! jabaadha'aa dhaabadhaa'a; dubbii keennaanillee yoo ta'e yookaan erga'aaf barreeffamaan waan isin barsiifne jabaadha'aa eegaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa obboleeyyan tiyya, jabaadha'aa dhaabadhaa'a; dubbii keennaanillee yoo ta'e yookiin erga'aaf barreeffamaan waan isin barsiifne jabaadha'aa eegaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf yaa obboleeyyan, jabaadha'aatii dhaabadhaa, jecha keennaan ta'ee ergaa keennaan'llee barsiisa nu irraa isiniif dabrre, jabeessa'aatii qabadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona obboleeyyan teenna, jabaadha'aa dhaabbadha'a; barsiisa jecha afaaniitiin yookiin ergaa barreeffamaan nu biraa isiniif ergantelle jabeessa'aa qabadha'a.