2 Thessalonians 2:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma Goottaan keenna Yesuus Kiristoosii fi Waaqi Abbaan keenna ka nu jaalatee, badhaadha ifitiin jajjabeenna bara baraatii fi addii jadduu nu'uuf kenne,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo Yeso Kristofi Waaqi Abba keenna, ka nu jaalate eeba ufitiifi jannooma hegerifi abdi dansa nuu kenne,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboo Yesus Kiristoo fi Waaqii Abbaa keennaa, ka nu jaalatee, eebba ufiitiin jajjabeenna barabaraatii fi abdii dansaa nuu kennee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan keenna Yesuus Kiristoosii fi Rabbi Abbaan keenna ka nu jaalate badhaadha, jajjabaachuu bara baraatiif ka abdii mishaa nuu kenne, onnee keessan haa jajjabeessan. Hujii misha'aa fi dubbii maraan isin haa dhaaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan keenna Yesuus Kiristoosii fi Rabbiin Abbaan keenna ka nu jaalate badhaadha, jajjabaachuu bara baraatiif, ka abdii mishaa nuu kenne, onnee keessan haa jajjabeessan. Hujii misha'aa fi dubbii maraan isin haa dhaaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mataan isaa Gooftaan keenna Yesus Kristosii fi ka nu jaalate, kennaa isaa ka bilisaatiin'llee bara baraaf jajabeenna, abddii mishaa'llee ka nuuf kenne Waaqinni Abbaan keenna,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma Goottaan keenna Yesuus Kiristoosii fi Waaqi Abbaan keenna ka nu jaalatee, badhaadha ifiitiin jajjabeenna bara baraatii fi addii jadduu nu'uuf kenne,