2 Thessalonians 2:17 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
waan dansaa mara akka gootanuu fi akka dubbattanu gadhaa keessan jajjabeessee, isin jabeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
garaa keesani jabeese isani kibina, aka waan dansa ch'alla dubbattani tolchitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
garaa keessan jabeessee isan kibinna, akka waan dansaa callaa dubbattanii tolchitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waan mishaa ta'e maraa akka raawwattanii fi akka dubbattaniif onnee teessan haa jajabeessuun, waan mishaa maraa akka raawwattanii fi akka dubbattaniif, isin haa jabeessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan dansaa mara akka gootanuu fi akka dubbattanu gadhaa keessan jajjabeessee, isin jabeessa.