2 Thessalonians 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Finqilli adoo hin ka'in dura jallichi ilmi badi'iille adoo hin mudhatin guyyaan sun waan hin dhunneef, nami tokkolle karaa kamiinuu isin hin wollalchisin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni kara tokoleeni isani insobini. Guyyaani ind'ufu, haga Loli guddaani tahe Nami Hamaani ka fulla ibidati male mullatuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokkolleen karaa tokkolleen isan hinsobin. Haga lolii guddaan qaraa ka'ee namii hamaan aadaa hinbeenne ka fulaa ibidaatii male mullatuutti guyyaan sun hindhufuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee karaa kamiin isin hin dogoggorsin, uduu ganuun firrisee hin dhufne namni mitaa, innillee ilmi badi'ii uduu hin mudhanne guyyaan sun hin dhufu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee karaa kamiin isin hin dogoggorsin, uduu ganuun firrisee hin dhufne namni mitaa, innillee ilmi badi'ii uduu hin mudhanne guyyaan sun hin dhufu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kumi'llee bifa kamiinuu isin hin sobin, durssee wol waakkiin uduu hin dhufin, gara ibidda asaabaa titti ka galu nama jeeqamaa ka ta'e'llee uduu hin muldhatin, guyyaan sun hin dhufu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Finqilli adoo hin ka'in dura jallichi ilmi badi'iille adoo hin mudhatin guyyaan sun waan hin dhunneef, nami tokkolle karaa kamiinuu isin hin wollaalchisin.